Duration 4:20

Miseensonni humna addaa Oromiyaa, poolisii idileetti makaman eebbifaman.

Published 13 Jul 2023

Komiishinar Kaffaaloo Tafarraa, Poolisiin Oromiyaa Nageenya Lammiilee eeguuf, qaamolee nageenyaa fi hawaasa waliin qindoominaan hojjechaa jira jedhan. Kolleejjii Poolisii Oromiyaatti Giddu galli Leenjii Awaash Bishoollaa, miseensota humna addaa poolisii idileetti makaman eebbise.

Category

Show more

Comments - 13